-
Maatewos 16:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Yesuus yeroo sanaa jalqabee, gara Yerusaalem dhaquu akka qabu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa dhiphina guddaa akka isa irra geessisan, akka ajjeefamuu fi guyyaa sadaffaatti duʼaa akka kaafamu+ barattoota isaatiif ibsuu jalqabe.
-
-
Maatewos 27:63Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
63 akkana jedhan: “Yaa Gooftaa, fakkeessituun sun yeroo lubbuudhaan turetti, ‘Guyyaa sadii booda nan kaafama’+ jedhee akka ture yaadanne.
-
-
Luqaas 24:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 akkana isaaniin jedhe: “Akkana jedhamee barreeffameera: Kiristoos ni dhiphata, guyyaa sadaffaattis warra duʼan gidduudhaa ni kaʼa;+
-