Maatewos 12:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ture,+ Ilmi namaas garaa lafaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ni tura.+ Yohaannis 2:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yesuusis deebisee, “Mana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa sadiitti deebisee nan ijaara”+ isaaniin jedhe.
40 Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ture,+ Ilmi namaas garaa lafaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ni tura.+
19 Yesuusis deebisee, “Mana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa sadiitti deebisee nan ijaara”+ isaaniin jedhe.