LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 4:30-32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Itti fufees akkana jedhe: “Mootummaa Waaqayyoo maalii wajjin wal fakkeessuu dandeenya? Yookiin fakkeenya maaliitiin ibsuu dandeenya? 31 Firii sanaaficaa yeroo lafa irratti facaafamu sanyii lafa irratti argamu hunda keessaa xinnoo taʼee wajjin wal fakkaata.+ 32 Erga facaafamee booda garuu, guddatee kuduraawwan hunda caalee dameewwan guguddaa waan godhatuuf, simbirroonni samii dhufanii gaaddisa isaa jala buufatu.”

  • Luqaas 13:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis Yesuus akkana jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo maal fakkaata? Maalittan fakkeessuu dandaʼa? 19 Firii sanaaficaa namni tokko fuudhee maasii isaa keessa dhaabee wajjin wal fakkaata. Inni guddatee muka taʼe; simbirroonni samiis damee isaa irratti manʼee ijaarratan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi