LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Ammas akkana jedhee fakkeenya kan biraa isaanitti hime: “Mootummaan samii firii sanaaficaa namni tokko fuudhee maasii isaa keessa dhaabee wajjin wal fakkaata.+ 32 Firiin sanaaficaa sanyii hunda keessaa xinnoo yoo taʼe iyyuu, yeroo guddatu garuu kuduraawwan hunda caalee muka waan taʼuuf, simbirroonni samii dhufanii damee isaa irra buufatu.”

  • Luqaas 13:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis Yesuus akkana jedhe: “Mootummaan Waaqayyoo maal fakkaata? Maalittan fakkeessuu dandaʼa? 19 Firii sanaaficaa namni tokko fuudhee maasii isaa keessa dhaabee wajjin wal fakkaata. Inni guddatee muka taʼe; simbirroonni samiis damee isaa irratti manʼee ijaarratan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi