-
Maarqos 3:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Inni namoota hedduu waan fayyiseef, namoonni dhukkuba ciccimaa qaban hundi isa tuquuf+ isatti marsanii wal dhiibu turan.
-
-
Luqaas 6:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Humni isa keessaa baʼee+ hunda isaanii fayyisaa waan tureef, namoonni sun hundi isa tuquu barbaadu turan.
-