Maarqos 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yesuusis, “Of eeggadhaa; raacitii Fariisotaa fi raacitii Heroodis irraa of eegaa”+ jedhee ifatti isaan akeekkachiise. Luqaas 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo sanatti, namoonni kuma hedduutti lakkaaʼaman hamma wal irra ejjetanitti walitti qabaman; innis jalqaba barattoota isaatiin akkana jedhe: “Raacitii Fariisotaa, jechuunis fakkeessuu irraa of eeggadhaa.+
15 Yesuusis, “Of eeggadhaa; raacitii Fariisotaa fi raacitii Heroodis irraa of eegaa”+ jedhee ifatti isaan akeekkachiise.
12 Yeroo sanatti, namoonni kuma hedduutti lakkaaʼaman hamma wal irra ejjetanitti walitti qabaman; innis jalqaba barattoota isaatiin akkana jedhe: “Raacitii Fariisotaa, jechuunis fakkeessuu irraa of eeggadhaa.+