Maatewos 16:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yesuusis, “Of eeggadhaa, raacitii Fariisotaa fi Saduuqotaa irraa of eegaa”+ isaaniin jedhe. Maarqos 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yesuusis, “Of eeggadhaa; raacitii Fariisotaa fi raacitii Heroodis irraa of eegaa”+ jedhee ifatti isaan akeekkachiise.
15 Yesuusis, “Of eeggadhaa; raacitii Fariisotaa fi raacitii Heroodis irraa of eegaa”+ jedhee ifatti isaan akeekkachiise.