Maarqos 8:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Innis, “Isin hoo eenyu anaan jettu?” jedhee isaan gaafate. Pheexirosis, “Ati Kiristoosi”+ jedhee isaaf deebise. 30 Achiis waaʼee isaa eenyutti iyyuu akka hin himne cimsee isaan ajaje.+ Luqaas 9:20, 21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Innis, “Isin hoo, eenyu naan jettu?” isaaniin jedhe. Pheexirosis, “Ati Kiristoos isa Waaqayyo erge dha”+ jedhee deebise. 21 Achiis waaʼee kanaa eenyutti iyyuu akka hin himne cimsee isaan ajaje;+
29 Innis, “Isin hoo eenyu anaan jettu?” jedhee isaan gaafate. Pheexirosis, “Ati Kiristoosi”+ jedhee isaaf deebise. 30 Achiis waaʼee isaa eenyutti iyyuu akka hin himne cimsee isaan ajaje.+
20 Innis, “Isin hoo, eenyu naan jettu?” isaaniin jedhe. Pheexirosis, “Ati Kiristoos isa Waaqayyo erge dha”+ jedhee deebise. 21 Achiis waaʼee kanaa eenyutti iyyuu akka hin himne cimsee isaan ajaje;+