-
Maatewos 16:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Achiis, barattoonni isaa inni Kiristoos taʼuu isaa eenyutti iyyuu akka hin himne cimsee isaan ajaje.+
-
-
Maarqos 9:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Gaaricha irraa utuu buʼaa jiraniis, hanga Ilmi namaa duʼaa kaafamutti wanta argan eenyutti iyyuu akka hin dubbanne cimsee isaan ajaje.+
-