-
Maatewos 17:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Gaaricha irraa utuu buʼaa jiranii Yesuus, “Hanga Ilmi namaa duʼaa kaafamutti mulʼata kana eenyutti iyyuu hin himinaa” jedhee isaan ajaje.+
-
-
Luqaas 9:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Yommuu sagalichi dhagaʼamettis Yesuus kophaa isaa taʼee argan. Taʼus, isaan ni callisan malee wantoota argan sana ilaalchisee yeroo sanatti eenyutti iyyuu homaa hin dubbanne.+
-