LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 17:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; uffanni isaas akka ifaa calaqqise.*+

  • Maarqos 9:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Itti fufees, “Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Mootummaan Waaqayyoo humnaan dhufee arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru”+ isaaniin jedhe.

  • Luqaas 9:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ani garuu dhuguman isiniin jedha, warra as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Mootummaa Waaqayyoo arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi