Maatewos 16:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Ilmi namaa Mootummaa isaatiin dhufee arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru.”+ Luqaas 9:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ani garuu dhuguman isiniin jedha, warra as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Mootummaa Waaqayyoo arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru.”+
28 Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Ilmi namaa Mootummaa isaatiin dhufee arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru.”+
27 Ani garuu dhuguman isiniin jedha, warra as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Mootummaa Waaqayyoo arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru.”+