Maatewos 16:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Ilmi namaa Mootummaa isaatiin dhufee arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru.”+ Maarqos 9:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Itti fufees, “Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Mootummaan Waaqayyoo humnaan dhufee arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru”+ isaaniin jedhe.
28 Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Ilmi namaa Mootummaa isaatiin dhufee arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru.”+
9 Itti fufees, “Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatan keessaa jalqaba hanga Mootummaan Waaqayyoo humnaan dhufee arganitti matumaa kan hin duune tokko tokko jiru”+ isaaniin jedhe.