Maarqos 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Isaayyaas raajichi akkana jedhee barreesseera: “(Kunoo, ani ergamaa koo isa karaa siif qopheessu si* dura nan erga.)+ Yohaannis 1:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis, “Akkuma Isaayyaas raajichi dubbate, ani sagalee nama isa, ‘Daandii Yihowaa* wal qixxeessaa’+ jedhee lafa onaa keessaa iyyu sana dha”+ jedhe.
2 Isaayyaas raajichi akkana jedhee barreesseera: “(Kunoo, ani ergamaa koo isa karaa siif qopheessu si* dura nan erga.)+
23 Innis, “Akkuma Isaayyaas raajichi dubbate, ani sagalee nama isa, ‘Daandii Yihowaa* wal qixxeessaa’+ jedhee lafa onaa keessaa iyyu sana dha”+ jedhe.