Maarqos 10:26, 27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Isaanis caalaatti dinqisiifatanii, “Egaa eenyutu fayyuu dandaʼa ree?”+ isaan jedhan.* 27 Yesuusis gara isaanii ilaalaa, “Kun namootaaf hin dandaʼamu, Waaqayyoof garuu akkana miti; Waaqayyoof wanti hundi ni dandaʼama”+ jedhe. Luqaas 18:26, 27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Warri kana dhagaʼanis, “Egaa eenyutu fayyuu dandaʼa ree?”+ jedhan. 27 Innis, “Wanti namootaaf hin dandaʼamne Waaqayyoof ni dandaʼama”+ jedhe.
26 Isaanis caalaatti dinqisiifatanii, “Egaa eenyutu fayyuu dandaʼa ree?”+ isaan jedhan.* 27 Yesuusis gara isaanii ilaalaa, “Kun namootaaf hin dandaʼamu, Waaqayyoof garuu akkana miti; Waaqayyoof wanti hundi ni dandaʼama”+ jedhe.
26 Warri kana dhagaʼanis, “Egaa eenyutu fayyuu dandaʼa ree?”+ jedhan. 27 Innis, “Wanti namootaaf hin dandaʼamne Waaqayyoof ni dandaʼama”+ jedhe.