LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 19:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Barattoonni isaa yeroo kana dhagaʼan baayʼee dinqisiifatanii, “Egaa eenyutu fayyuu dandaʼa ree?”+ jedhan. 26 Yesuus hubatee isaan ilaalaa, “Kun namootaaf hin dandaʼamu; Waaqayyoof garuu wanti hundi ni dandaʼama”+ isaaniin jedhe.

  • Luqaas 18:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Warri kana dhagaʼanis, “Egaa eenyutu fayyuu dandaʼa ree?”+ jedhan. 27 Innis, “Wanti namootaaf hin dandaʼamne Waaqayyoof ni dandaʼama”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi