Maarqos 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Saduuqonni warri duʼaa kaʼuun hin jiru jedhanis+ gara isaa dhufanii akkana jedhanii isa gaafatan:+ Luqaas 7:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Fariisonnii fi warri Seericha beekan garuu gorsa* Waaqayyo biraa isaaniif kenname ni tuffatan;+ sababiin isaas, isaan Yohaannisiin hin cuuphamne.)
18 Saduuqonni warri duʼaa kaʼuun hin jiru jedhanis+ gara isaa dhufanii akkana jedhanii isa gaafatan:+
30 Fariisonnii fi warri Seericha beekan garuu gorsa* Waaqayyo biraa isaaniif kenname ni tuffatan;+ sababiin isaas, isaan Yohaannisiin hin cuuphamne.)