LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Bofootaa fi ilmaan buutii nana,+ isin murtii Gahaannam*+ irraa akkamitti ooluu dandeessu?

  • Luqaas 3:7-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru+ jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise? 8 Kanaafuu, firii yaada geddarachuu keessan argisiisu godhadhaa. ‘Abbaan keenya Abrahaami’ jettanii of hin gowwoomsinaa. Ani isinitti nan hima, Waaqayyo dhagoota kana keessaa Abrahaamiif ijoollee kaasuu ni dandaʼa. 9 Ammuma iyyuu qottoon mukeetii jala kaaʼameera. Kanaafuu, mukti firii gaarii hin godhanne hundi muramee ibiddatti gatama.”+

  • Luqaas 21:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Guyyoota sanatti dubartoota ulfaa fi dubartoota hoosisaniif wayyoo!+ Sababiin isaas, biyyattii irratti dhiphinni guddaan, saba kana irrattis dheekkamsi ni dhufa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi