LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yohaannis, Fariisonnii fi Saduuqonni+ hedduun bakka inni itti cuuphu dhufaa akka jiran yommuu argu akkana isaaniin jedhe: “Isin ijoollee buutii nana,+ dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?+

  • Maatewos 12:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Isin yaa ijoollee buutii nana,+ hamoota taatanii utuu jirtanii akkamitti wanta gaarii dubbachuu dandeessu? Afaan wanta garaa keessa guute dubbata.+

  • Luqaas 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru+ jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi