LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:7-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yohaannis, Fariisonnii fi Saduuqonni+ hedduun bakka inni itti cuuphu dhufaa akka jiran yommuu argu akkana isaaniin jedhe: “Isin ijoollee buutii nana,+ dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?+ 8 Kanaafuu, firii yaada geddarachuu keessan argisiisu godhadhaa. 9 ‘Abbaan keenya Abrahaami’+ jettanii hin yaadinaa. Ani isinitti nan hima, Waaqayyo dhagoota kana keessaa Abrahaamiif ijoollee kaasuu ni dandaʼa. 10 Ammuma iyyuu qottoon mukeetii jala kaaʼameera. Kanaafuu, mukti firii gaarii hin godhanne hundi muramee ibiddatti gatama.+

  • Maatewos 23:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Bofootaa fi ilmaan buutii nana,+ isin murtii Gahaannam*+ irraa akkamitti ooluu dandeessu?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi