-
Maarqos 13:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kanaafuu, Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Eenyu iyyuu akka isin hin dogoggorsine of eeggadhaa.+ 6 Namoonni hedduun, ‘Ani isa dha’ jedhanii maqaa kootiin ni dhufu; namoota hedduus ni dogoggorsu.
-