2 Ximotewos 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Haa taʼu malee, hamoonnii fi fakkeessitoonni dogoggorsuu fi dogoggoruudhaan+ isa gadhee irraa gara isa caalaatti gadhee taʼetti deemu. 1 Yohaannis 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Obboloota jaallatamo, dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame+ hunda* hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame* Waaqayyo biraa kan dhufe+ taʼuu isaa beekuuf qoraa; sababiin isaas, raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti baʼaniiru.+ Mulʼata 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.
13 Haa taʼu malee, hamoonnii fi fakkeessitoonni dogoggorsuu fi dogoggoruudhaan+ isa gadhee irraa gara isa caalaatti gadhee taʼetti deemu.
4 Obboloota jaallatamo, dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame+ hunda* hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame* Waaqayyo biraa kan dhufe+ taʼuu isaa beekuuf qoraa; sababiin isaas, raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti baʼaniiru.+
9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.