Maatewos 24:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Eenyu iyyuu akka isin hin dogoggorsine of eeggadhaa;+ 5 sababiin isaas, namoonni hedduun, ‘Ani Kiristoosi’ jedhanii maqaa kootiin ni dhufu; namoota hedduus ni dogoggorsu.+ Luqaas 21:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Innis akkana jedhe: “Akka hin dogoggorfamne of eeggadhaa;+ sababiin isaas, namoonni hedduun, ‘Ani isa dha’ akkasumas, ‘Yerichi dhihaateera’ jedhanii maqaa kootiin ni dhufu. Isin garuu isaan duukaa hin buʼinaa.+
4 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Eenyu iyyuu akka isin hin dogoggorsine of eeggadhaa;+ 5 sababiin isaas, namoonni hedduun, ‘Ani Kiristoosi’ jedhanii maqaa kootiin ni dhufu; namoota hedduus ni dogoggorsu.+
8 Innis akkana jedhe: “Akka hin dogoggorfamne of eeggadhaa;+ sababiin isaas, namoonni hedduun, ‘Ani isa dha’ akkasumas, ‘Yerichi dhihaateera’ jedhanii maqaa kootiin ni dhufu. Isin garuu isaan duukaa hin buʼinaa.+