Luqaas 12:39, 40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Garuu wanta kana beekaa: Abbaan manaa tokko hattuun saʼaatii meeqatti akka dhufu utuu beekee, manni isaa cabsamee akka saamamu hin godhu ture.+ 40 Isinis Ilmi namaa saʼaatii isin hin yaadnetti waan dhufuuf qophaaʼoo taʼaa eegaa.”+
39 Garuu wanta kana beekaa: Abbaan manaa tokko hattuun saʼaatii meeqatti akka dhufu utuu beekee, manni isaa cabsamee akka saamamu hin godhu ture.+ 40 Isinis Ilmi namaa saʼaatii isin hin yaadnetti waan dhufuuf qophaaʼoo taʼaa eegaa.”+