Maatewos 24:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 “Garuu wanta kana beekaa: Abbaan manaa tokko hattuun saʼaatii meeqatti* akka dhufu+ utuu beekee, dammaqee eeguudhaan manni isaa cabsamee akka hin saamamne godha ture.+ 1 Tasalonqee 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyaan Yihowaa*+ akkuma hattuun halkaniin dhufutti+ akka dhufu isinumti iyyuu akka gaariitti beektu. 2 Pheexiros 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+ Mulʼata 16:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “Ilaa, ani akka hattuuttan dhufa.+ Qullaa isaa akka hin deemnee fi namoonni qaanii isaa akka hin argineef,+ namni dammaqinaan jiraatuu+ fi uffata isaa eeggatu gammadaa dha.”
43 “Garuu wanta kana beekaa: Abbaan manaa tokko hattuun saʼaatii meeqatti* akka dhufu+ utuu beekee, dammaqee eeguudhaan manni isaa cabsamee akka hin saamamne godha ture.+
2 Guyyaan Yihowaa*+ akkuma hattuun halkaniin dhufutti+ akka dhufu isinumti iyyuu akka gaariitti beektu.
10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+
15 “Ilaa, ani akka hattuuttan dhufa.+ Qullaa isaa akka hin deemnee fi namoonni qaanii isaa akka hin argineef,+ namni dammaqinaan jiraatuu+ fi uffata isaa eeggatu gammadaa dha.”