Maatewos 7:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Kanaafuu, namni dubbii koo kana dhagaʼee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.+ Maatewos 7:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Namni dubbii koo kana dhagaʼee hojii irra hin oolchine garuu, nama gowwaa mana isaa cirracha irratti ijaarrate fakkaata.+
24 “Kanaafuu, namni dubbii koo kana dhagaʼee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.+
26 Namni dubbii koo kana dhagaʼee hojii irra hin oolchine garuu, nama gowwaa mana isaa cirracha irratti ijaarrate fakkaata.+