LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 19:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Inni guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessatti barsiisuu isaa itti fufe. Dura buutonni lubootaa, barsiisonni seeraa fi geggeessitoonni sabichaa garuu isa ajjeesuu barbaadu turan;+

  • Yohaannis 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yesuusis akkana jedhee isaaf deebise: “Ani addunyaatti ifatti dubbadheera. Yeroo hunda mana sagadaa fi mana qulqullummaa+ bakka Yihudoonni hundi itti wal gaʼan keessatti barsiisaan ture; ani waan tokko illee iccitiidhaan hin dubbanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi