LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Saʼaatii sanatti Yesuus namoota sanaan akkana jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaʼee barsiisaan+ ture; isin garuu na hin qabne.+

  • Luqaas 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kana malees, inni mana sagadaa isaanii keessatti isaan barsiisuu jalqabe; namoonni hundis ulfina isaaf kennu turan.

  • Luqaas 19:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Inni guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessatti barsiisuu isaa itti fufe. Dura buutonni lubootaa, barsiisonni seeraa fi geggeessitoonni sabichaa garuu isa ajjeesuu barbaadu turan;+

  • Yohaannis 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Walakkaa ayyaanichaatti, Yesuus gara mana qulqullummaa dhaqee barsiisuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi