LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 14:48, 49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Yesuus garuu deebisee akkana isaaniin jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii?+ 49 Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessatti barsiisaa isinii wajjinan ture;+ isin garuu na hin qabne. Haa taʼu malee, kun kan taʼe wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuufi.”+

  • Luqaas 22:52, 53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Yeroo kanatti Yesuus dura buutota lubootaa, dura buutota eegdota mana qulqullummaa fi maanguddoota isa qabuu dhufaniin akkana jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii dhuftanii?+ 53 Guyyuma guyyaadhaan yommuun isinii wajjin mana qulqullummaa keessa ture+ isin na hin qabne.+ Haa taʼu malee, kun saʼaatii keessanii fi saʼaatii dukkanni itti moʼu dha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi