LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:55, 56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Saʼaatii sanatti Yesuus namoota sanaan akkana jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaʼee barsiisaan+ ture; isin garuu na hin qabne.+ 56 Haa taʼu malee, kun hundi kan taʼe, wanti raajonni barreessan* akka raawwatamuufi.”+ Yeroo kanatti barattoonni isaa hundi isa dhiisanii baqatan.+

  • Maarqos 14:48, 49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Yesuus garuu deebisee akkana isaaniin jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii?+ 49 Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessatti barsiisaa isinii wajjinan ture;+ isin garuu na hin qabne. Haa taʼu malee, kun kan taʼe wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuufi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi