LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani garuu raammoo malee nama miti,

      Namoonni natti qoosan,* na tuffatanis.+

  • Isaayyaas 53:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+

      Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne.

      Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+

      Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;

      Afaan isaas hin saaqqanne.+

  • Daaniʼel 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “Torban 62 booda Masiihiichi ni ajjeefama;+ wanti isaaf hafus hin jiraatu.+

      “Namoonni geggeessaa isa dhufu sanaas magaalattii fi iddoo qulqulluu sana ni balleessu.+ Dhumni isaas lolaadhaan ni taʼa. Hamma dhumaatti waraanni ni jiraata; wanti irratti murteeffames badiisa dha.+

  • Luqaas 22:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Ani isinitti nan hima, ‘Inni hamootaa wajjin lakkaaʼame’+ jedhamee wanti barreeffame ana irratti raawwatamuu qaba. Sababiin isaas, wanti waaʼee koo dubbatame kun raawwatamaa jira.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi