LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:22-24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Achiis bakka Golgootaa jedhamutti isa geessan; hiikni isaas, “Bakka Buqqee Mataa”+ jechuu dha. 23 Bakka kanattis daadhii wayinii qumbiidhaan makame isaaf kennuuf yaalan;+ inni garuu fudhachuu dide. 24 Muka irratti erga isa fannisanii boodas, eenyu isa kam akka fudhatu murteessuuf carraa buufatanii uffatawwan isaa warra inni irratti uffatu hiratan.+

  • Luqaas 23:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Yeroo bakka Buqqee Mataa+ jedhamu gaʼanittis isa tokko karaa mirga isaa, isa tokko immoo karaa bitaa isaa godhanii yakkamtoota sanaa wajjin muka irratti isa fannisan.+

  • Yohaannis 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yesuus muka dhiphinaa* sana ofuma isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa jedhamuu+ fi Afaan Ibrootaatiin Golgootaa jedhamutti ol baʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi