-
Maatewos 13:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isa qabu kamiif iyyuu dabalataan ni kennama; innis irraa hafaa qabaata; isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu ni fudhatama.+
-
-
Luqaas 19:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Innis akkana jedhee isaaniif deebise: ‘Ani isiniin nan jedha, isa qabu hundaaf dabalataan ni kennama; isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu ni fudhatama.+
-