LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isa qabu kamiif iyyuu dabalataan ni kennama; innis irraa hafaa qabaata; isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu ni fudhatama.+

  • Maatewos 25:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Sababiin isaas, isa qabu hundaaf dabalataan ni kennama; innis irraa hafaa ni qabaata. Isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu isa irraa ni fudhatama.+

  • Maarqos 4:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Itti fufees akkana isaaniin jedhe: “Wanta dhagaʼaa jirtaniif xiyyeeffannaa kennaa.+ Safartuu ittiin safartanitti isiniif safarama; caalaattis isiniif ni dabalama. 25 Isa qabu kamiif iyyuu dabalataan ni kennama;+ isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu ni fudhatama.”+

  • Luqaas 19:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Innis akkana jedhee isaaniif deebise: ‘Ani isiniin nan jedha, isa qabu hundaaf dabalataan ni kennama; isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu ni fudhatama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi