-
Maatewos 13:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isa qabu kamiif iyyuu dabalataan ni kennama; innis irraa hafaa qabaata; isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu ni fudhatama.+
-
-
Maatewos 25:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Sababiin isaas, isa qabu hundaaf dabalataan ni kennama; innis irraa hafaa ni qabaata. Isa hin qabne irraa garuu wanti inni qabu iyyuu isa irraa ni fudhatama.+
-