Maatewos 9:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Akkuma namoonni sun gad baafamaniin, gara manaatti seenee harka ishii qabe;+ intalattiinis ol kaate.+ Luqaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis itti siqee siricha* tuqe; namoonni reeffa sana baatanis ni dhaabbatan. Sana booda inni, “Dargaggeessa nana, siinan jedha, kaʼi!”+ jedhe. Luqaas 8:54 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 54 Inni garuu harka ishii qabee, “Intaloo, kaʼi!”+ ishiidhaan jedhe. Hojii Ergamootaa 9:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Yeroo kanatti Pheexiros hunda isaanii gad baasee+ jilbeenfatee kadhate. Achiis gara reeffichaatti garagalee, “Xaabiitaa, kaʼi!” jedhe. Ishiinis ija ishii banatte; yommuu Pheexirosiin argitus kaatee teesse.+
25 Akkuma namoonni sun gad baafamaniin, gara manaatti seenee harka ishii qabe;+ intalattiinis ol kaate.+
14 Achiis itti siqee siricha* tuqe; namoonni reeffa sana baatanis ni dhaabbatan. Sana booda inni, “Dargaggeessa nana, siinan jedha, kaʼi!”+ jedhe.
40 Yeroo kanatti Pheexiros hunda isaanii gad baasee+ jilbeenfatee kadhate. Achiis gara reeffichaatti garagalee, “Xaabiitaa, kaʼi!” jedhe. Ishiinis ija ishii banatte; yommuu Pheexirosiin argitus kaatee teesse.+