LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 13:57
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 57 Kanaafuu, isatti ni gufatan.+ Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe.

  • Luqaas 4:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, raajiin kam iyyuu biyya isaatti fudhatama hin argatu.+

  • Yohaannis 4:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Haa taʼu malee, Yesuus iyyuu raajiin tokko biyya isaatti akka ulfina hin arganne dubbatee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi