Maatewos 13:57 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Kanaafuu, isatti ni gufatan.+ Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe. Maarqos 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa, firoota isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe. Luqaas 4:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, raajiin kam iyyuu biyya isaatti fudhatama hin argatu.+
57 Kanaafuu, isatti ni gufatan.+ Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe.
4 Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa, firoota isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe.
24 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, raajiin kam iyyuu biyya isaatti fudhatama hin argatu.+