Maatewos 13:57 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Kanaafuu, isatti ni gufatan.+ Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe. Maarqos 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa, firoota isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe. Yohaannis 4:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Haa taʼu malee, Yesuus iyyuu raajiin tokko biyya isaatti akka ulfina hin arganne dubbatee ture.+
57 Kanaafuu, isatti ni gufatan.+ Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe.
4 Yesuus garuu, “Raajiin tokko biyya isaa, firoota isaa fi mana isaatiin alatti bakka biraatti ulfina ni argata”+ isaaniin jedhe.