LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, namni tokko illee yoo isin simachuu baate yookiin dubbii keessan yoo dhagaʼuu baate, yeroo mana yookiin magaalaa sanaa baatan awwaara miila keessanii hurgufadhaa.+

  • Luqaas 10:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Magaalaa itti seentan kamitti iyyuu yeroo isin simachuu didan garuu, gara daandiiwwan guguddaatti baʼaatii akkana jedhaa: 11 ‘Awwaara magaalaa keessanii isa miila keenyatti qabate illee of irraa hurgufanna.+ Garuu Mootummaan Waaqayyoo akka dhihaate beekaa.’

  • Hojii Ergamootaa 13:50, 51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Yihudoonni garuu dubartoota beekamoo Waaqayyoon sodaatanii fi dhiirota magaalattii beekamoo taʼan kakaasuudhaan, Phaawulosii fi Barnaabaas irratti ariʼatama kaasanii+ biyya isaanii keessaa isaan baasan. 51 Kanaafuu, isaan awwaara miila isaanii isaanitti hurgufatanii gara Iqooniyum dhaqan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi