LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 6:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Haa taʼu malee, bakka nama isin simatu yookiin isin dhaggeeffatu dhabdan kam iyyuu keessaa yommuu baatan, ragaa akka isaanitti taʼuuf awwaara miila keessanii hurgufadhaa.”+

  • Luqaas 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Magaalaa namoonni isin simachuu didan kam iyyuu keessaa yommuu baatan, ragaa akka isaanitti taʼuuf awwaara miila keessanii hurgufadhaa.”+

  • Luqaas 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Namni nagaa jaallatu achi yoo jiraate, nagaan keessan isa irra buufata. Hin jiru taanaan garuu, nagaan keessan isiniif deebiʼa.

  • Luqaas 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 ‘Awwaara magaalaa keessanii isa miila keenyatti qabate illee of irraa hurgufanna.+ Garuu Mootummaan Waaqayyoo akka dhihaate beekaa.’

  • Hojii Ergamootaa 13:50, 51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Yihudoonni garuu dubartoota beekamoo Waaqayyoon sodaatanii fi dhiirota magaalattii beekamoo taʼan kakaasuudhaan, Phaawulosii fi Barnaabaas irratti ariʼatama kaasanii+ biyya isaanii keessaa isaan baasan. 51 Kanaafuu, isaan awwaara miila isaanii isaanitti hurgufatanii gara Iqooniyum dhaqan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi