-
Maatewos 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, namni tokko illee yoo isin simachuu baate yookiin dubbii keessan yoo dhagaʼuu baate, yeroo mana yookiin magaalaa sanaa baatan awwaara miila keessanii hurgufadhaa.+
-
-
Maarqos 6:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Haa taʼu malee, bakka nama isin simatu yookiin isin dhaggeeffatu dhabdan kam iyyuu keessaa yommuu baatan, ragaa akka isaanitti taʼuuf awwaara miila keessanii hurgufadhaa.”+
-
-
Luqaas 10:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Magaalaa itti seentan kamitti iyyuu yeroo isin simachuu didan garuu, gara daandiiwwan guguddaatti baʼaatii akkana jedhaa: 11 ‘Awwaara magaalaa keessanii isa miila keenyatti qabate illee of irraa hurgufanna.+ Garuu Mootummaan Waaqayyoo akka dhihaate beekaa.’
-