-
Maatewos 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, namni tokko illee yoo isin simachuu baate yookiin dubbii keessan yoo dhagaʼuu baate, yeroo mana yookiin magaalaa sanaa baatan awwaara miila keessanii hurgufadhaa.+
-
-
Luqaas 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Magaalaa namoonni isin simachuu didan kam iyyuu keessaa yommuu baatan, ragaa akka isaanitti taʼuuf awwaara miila keessanii hurgufadhaa.”+
-