LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Namni lubbuu isaa oolfachuuf yaalu kam iyyuu, lubbuu isaa ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu, lubbuu isaa deebisee ni argata.+

  • Maatewos 16:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni argata.+

  • Luqaas 9:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Sababiin isaas, namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni oolfata.+

  • Yohaannis 12:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namni lubbuu isaa jaallatu kam iyyuu ni balleessa, namni addunyaa kana keessatti lubbuu isaa jibbu kam iyyuu+ garuu jireenya bara baraatiif ishii eeggata.+

  • Mulʼata 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaanis dhiiga Hoolichaa+ fi dubbii dhugaa baʼiinsa isaaniitiin+ kan kaʼe isa injifataniiru;+ hamma duʼaatti illee lubbuu* isaanii hin mararsiifanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi