-
Maarqos 8:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; namni anaa fi misiraachichaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni oolfata.+
-
-
Luqaas 9:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Sababiin isaas, namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni oolfata.+
-
-
Luqaas 17:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu ni dhaba; namni lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni tursa.+
-