LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 16:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni argata.+

  • Maarqos 8:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; namni anaa fi misiraachichaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni oolfata.+

  • Yohaannis 12:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namni lubbuu isaa jaallatu kam iyyuu ni balleessa, namni addunyaa kana keessatti lubbuu isaa jibbu kam iyyuu+ garuu jireenya bara baraatiif ishii eeggata.+

  • Hojii Ergamootaa 20:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Taʼus, fiigicha koo yoon xumuree fi misiraachoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa guutummaatti dhugaa baʼuuf tajaajilan Gooftaa Yesuus irraa fudhadhe yoon raawwadhe,+ jireenya* koo akka waan faayidaa anaaf qabuutti hin ilaalu.

  • Mulʼata 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Rakkina si irra gaʼuuf jiru hin sodaatin.+ Kunoo, Diyaabilos guutummaatti akka qoramtaniif isin keessaa tokko tokko mana hidhaatti galchuu isaa itti fufa; guyyaa kudhaniif ni dhiphattu. Hanga duʼaatti amanamaa taʼuu kee argisiisi; anis gonfoo jireenyaa siif nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi