-
Maatewos 10:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Namni lubbuu isaa oolfachuuf yaalu kam iyyuu, lubbuu isaa ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu, lubbuu isaa deebisee ni argata.+
-
-
Maatewos 16:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni argata.+
-
-
Maarqos 8:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu lubbuu isaa ni dhaba; namni anaa fi misiraachichaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni oolfata.+
-
-
Luqaas 9:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Sababiin isaas, namni lubbuu isaa oolfachuu barbaadu kam iyyuu ni dhaba; namni anaaf jedhee lubbuu isaa dhabu kam iyyuu garuu lubbuu isaa ni oolfata.+
-