Maatewos 11:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sababiin isaas, raajonnis taʼan Seerichi hanga Yohaannisitti wanta taʼuuf jiru raajii dubbataniiru;+ 14 egaa fudhattanis fudhachuu baattanis, inni ‘Eeliyaas isa ni dhufa’+ jedhame sana dha. Luqaas 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Haa taʼu malee, maleekaan sun akkana isaan jedhe: “Yaa Zakkaariyaas, wawwaannaan kee waan siif dhagaʼameef hin sodaatin, haati manaa tee Elsaabex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yohaannis jettee moggaasta.+ Luqaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kana malees inni garaa abbootii gara ijoolleetti,+ namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema;+ kunis namoota Yihowaadhaaf* qopheessuufi.”+
13 Sababiin isaas, raajonnis taʼan Seerichi hanga Yohaannisitti wanta taʼuuf jiru raajii dubbataniiru;+ 14 egaa fudhattanis fudhachuu baattanis, inni ‘Eeliyaas isa ni dhufa’+ jedhame sana dha.
13 Haa taʼu malee, maleekaan sun akkana isaan jedhe: “Yaa Zakkaariyaas, wawwaannaan kee waan siif dhagaʼameef hin sodaatin, haati manaa tee Elsaabex ilma siif deessi; atis maqaa isaa Yohaannis jettee moggaasta.+
17 Kana malees inni garaa abbootii gara ijoolleetti,+ namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema;+ kunis namoota Yihowaadhaaf* qopheessuufi.”+