Maatewos 19:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis harka isaa akka isaan irra kaaʼuu fi akka isaaniif kadhatuuf namoonni ijoollee xixinnoo gara Yesuus ni fidan; barattoonni isaa garuu isaanitti dheekkaman.+ Luqaas 18:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Akka inni isaan qaqqabuufis namoonni daaʼimman gara isaatti fidan; barattoonni isaa garuu yommuu kana argan isaanitti dheekkamuu jalqaban.+
13 Achiis harka isaa akka isaan irra kaaʼuu fi akka isaaniif kadhatuuf namoonni ijoollee xixinnoo gara Yesuus ni fidan; barattoonni isaa garuu isaanitti dheekkaman.+
15 Akka inni isaan qaqqabuufis namoonni daaʼimman gara isaatti fidan; barattoonni isaa garuu yommuu kana argan isaanitti dheekkamuu jalqaban.+