LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yesuus gaara sana irraa erga gad buʼee booda, namoonni hedduun isa duukaa buʼan. 2 Kunoo, namni dhukkuba nadaayiitiin* qabame tokko gara isaa dhufee erga isaaf sagadee booda, “Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taʼe na fayyisuu* dandeessa” isaan jedhe.+

  • Luqaas 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo kan biraa immoo, Yesuus magaalota sana keessaa isa tokko keessa yommuu turetti, namni guutummaan qaama isaa dhukkuba nadaayiitiin qabame tokko isa argee lafatti gombifamee, “Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taʼe na fayyisuu* dandeessa”+ jedhee isa kadhate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi